Waltajjiin marii hoggantoota olaanoo naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Waltajjiin marii hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa mata duree “Injifannoo Itichuu fi qormaatilee darbuun ergama hoggantoota yeroo fi seena qabeeyyii” jedhuun Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira.
Milkaa’inni gama hundaan argame qormaatilee hedduu irra aanuunii jedhan, Itti Gaafatamaan Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan.
Marii kanarratti Pireezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaa dabalatee hoggantoonni Olaanoo naannoo Oromiyaa sadarkaa garaagaraarratti argaman hirmaachaa jiru jedhame.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna