Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin marii hayyoota seenaa fi barreessitootaa 60 hirmaachisu qophaa’uu Ministeerri Nageenyaa beeksise

Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) – Waltajjiin marii hayyoota seenaa fi barreessitootaa 60 hirmaachisu qophaa’uu Ministeerri Nageenyaa beeksise.
Waltajjichi qindeessummaa Yuunivarsiitii Finfinneetti Koollejjii Saayinsii Hawaasumaa fi Gidugala Destiiniitii Ityoophiyaa fi Saayikoo Teeraappiin ta’uu ibsameera.
Waltajjicharratti hayyoota seenaa fi barreessitootaa 60 akka hirmaataan ministeerichi beeksiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.