Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin marii gaaffii Karra Galaanaa Itiyoophiyaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Waltajjiin marii gaaffii Karraa Galaanaa Itiyoophiyaarratti xiyyeeffate mata duree “Karraa Galaanaa Itiyoophiyaa Walitti Hidhamiinsaa fi Nageenya Waaraaf” jedhuun Yuunivarsitii Jimmaatti gaggeeffamaa jira.

Waltajjicharratti hayyoonni dhaabbilee barnoota olaanoo hirmaachaa kan jiran yoo ta’u, qorannoowwan Itiyoophiyaan karra galaanaa qabaachuun walitti hidhamiinsaa fi nageenya naannawaaf akkasumas misoomaaf faayidaa olaanaa qabaachuu akeekan dhiyaachuun irratti mari’atamaa jira.

Muktaar Xahaatu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.