Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin Marii Duudhaa Haaraa dhimma Tokkoo mata duree ‘Injinaroota Dargaggoota Boruu Ityoophiyaa ’ jedhuun gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Waltajjiin marii Duudhaalee Haaraa Dhimma Tokko mata duree “‘Injinaroota Dargaggoota Boruu Ityoophiyaa ’ ” jedhuun Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira.
Marichi gumaacha, gahee fi itti gaafatamummaa qeerroon egeree Ityoophiyaaf qabu irratti kan xiyyeeffate ta’uu ibsameera.
Dargaggoonni qormaata dandamachuun dandeettii ofii fi biyya isaanii guddisuuf qaban akka dhugoomsanii fi itti fayyadamaniif marii gaggeeffamaa jiru ta’uu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa aragme ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.