Waltajjiin marii Addis Wag gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)-Waltajjiin marii “Addis Wag” bara 2014 xumuraa waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi mata duree “ Qormaata, Injifannoofi Abdii” jedhuun gaggeeffamaa jiraachuu ragaan waajjiricharraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.