Waltajjiin hawaasa diyaaspooraa fi imbaasiiwwan hirmaachisee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Waltajjiin hawaasa diyaaspooraa fi imbaasiiwwan hirmaachisee qopheessummaa Ministeera Dhimma Alaa fi Yuunvarsiitii Finfinneetin gaggeeffamaa jira.
Waltajjichaan Paan Afrikaaniiziimiirratti ni mari’atama.
Maricharrattis hoggantoonni olaanoo mootummaa,diyaaspooraawwan, dippilomaatoonni biyyoota gargaraa fi namoonni bebbeekamoon irratti ni hirmaatuun eegama.
Waltajjicharratti bareeffamni qorannoo Afrikaanummaa dhiyaachuun mariin kan irratti gaggeeffamuu ni ta’a.
Afawarq Iyaayyuu fi Barnaabaas Tasfaayeetu gabaase.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.