Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin dargaggoota sababawoo magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti gaggeeffama jira

Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaa magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti waltajjiin dargaggoota sababawoo gaggeeffama jira.

Waltajjiin marichaa mata duree ‘ijaarsa mootummaa biyyaa fi shoora dargaggoota’ jedhuun kan qopha’eedha.

 

Waltajjicharratti dargaggoonni hayyuu magaalichaa walitti babba’aan hirmaataniiru.

 

Waltajjichaarratti hoggantoonni hojii olaanoo argamuun ergaa dabarsuu ragaan Paartii Bdahaadhinaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.