Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin Biyyaalessaa hariiroo raawwachiistota seeraa mootummoota Federaalaa fi Naannolee magaalaa Samaraatti eegalame

Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Waltajjiin Biyyaalessaa hariiroo raawwachiistota seeraa mootummoota Federaalaa fi Naannolee magaalaa Samaraatti eegalameera.

Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad, Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonnin fi preezdaantonni naannolee waltajjicharratti argamaniiru.

Waltajjichaan haala yeroo biyyaalessaarratti ni mari’atu jedhamee eegama.

Waltajjichaan raawwii kallattiiwwan waltajjii Onkolooleessa darbe magaalaa Bahaardaaritti taa’ameen kaa’ame ni gamagamama jedhameera.

Haala yeroo biyyaalessaa gamaggamuun kallattiin itti aanu ni kaa’ama jedhamee eegama.

Alaazaar Taaddalaatu gabaase

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.