Fana: At a Speed of Life!

Waliigaltichi Afrikaanonni rakkoo isaanii ofiin furachuu akka danda’an ragaa kan ba’eedha- Mana Marichaa

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) –Waliigalteen Nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasiifame Afrikaanonni rakkoo isaanii ofiin furachuu akka danda’an ragaa kan ba’e ta’uu Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Ityoophiyaa ibse.

Manni marichaa waliigaltee taasifame ilaalchisee ibsa laatera.

Waliigalteen nageenyaa taasiifame kan deeggaramuu fi ummata Ityoophiyaaf boqonnaa kan laate ta’uu ibseera.

Shira diinootaa kan fashaleessee fi nageenya waaraaf carraa kan kenne ta’uu eereera.

Waliigaltichi bu’aa qabeessa akka ta’u paartileen siyaasaa qooda isaanii akka ba’an waamicha dhiyeesseera.

Naannolee sababa waraanaan miidhaman deebisanii dhaabuuf lammiileen hundi hirmaachuu akka qaban gaafateera.

Maddi:- TOI

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.