Fana: At a Speed of Life!

Waliigalteen damee tuuriizimii teeknooloojii dijitaalaatin ammayyeessuu mallaatta’e

Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 ( FBC) – Waliiglteen damee tuurizimii teeknooloojii dijitaalaatin ammayyeessuu dandeessiisu mallaatta’eera.

Waliigalticha Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Abrahaam Balaayii fi Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii Dooktar Hiruut Kaasaw mallateessaniiru.

Waliigaltichi hojiiwwan misooma tuurizimii, tamsa’inaa odeeffannoo, bittaa fi beeksisaa teeknooloojii ammayya’oon tumsuun waliinga’iinsa tuuriizimii babaldhisuu kan dandeessiisuudha jedhameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofanaYuutyuubii

https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.