Walharkaa fuudhiinsi Guca Olompikii 2024 Paariis Maqaleetti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Sagantaan jalqabsiisa walharkaa fuudhiinsa biyyaalessaa Guca Olompikii 2024Paariis Magaalaa Maqaleetti gaggeeffameera.
Saganticharratti Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa Komishinara Gargaartuu Atileet Daraartuu Tulluu fi qondaaltonni biroon argamaniiru.
Sagantichis baatii Hagayyaa 2016 kan gaggeeffamu Olompikii Paariis 33ffaaf hawaasa keessatti kaka’umsa uumuuf kan kaayyeffate ta’uun ibsameera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.