Fana: At a Speed of Life!

Walga’iin Koree Olaanaa Sosochii “Itiyooopiyaan haa Oomishtuu” gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Walga’iin Koree Olaanaa Sosochii “Itiyooopiyaan haa Oomishtuu” Ministeera Indaastiriin gaggeeffamaa jira.

Waltajjicharratti, Ministirri Muummee Ittaanaa Fi Ministirri Dhimma Alaa Obboo Dammaqaa Mokonnin, Minnitira Indaastirii Obbo Malaakuu Allibal, Ministiraa Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee dabalatee ministiroonnii fi qondaaltonni biroon argamaniiru.

Waltajjichaan hojiilee hanga ammatti hojjetaman qorachuun kallattii fuulduraarratti mari’atamaa jira.

Tizzitaa Dassaalanyitu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.