Fana: At a Speed of Life!

Walga’iin biyyoota miseensa garee 7 boru eegalu qaala’iinsa gatii fi dhimma Yuukreenirratti ni mari’ata jedhame

Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC) – Walga’iin biyyoota miseensa garee 7 boru Ameerikaatti gaggeeffamu qaala’iinsa gatii fi dhimma Yuukreenirratti ni mari’ata jedhameera.

Waltajjichi Jaappaan dura teessuu garichaa taasiisuun kan filatu ta’uu Al Jaziiraan ragaa Ministeera Maallaqaa biyyoota kanneenii wabeeffachuun gabaaseera.

Biyyoonni diinagdeen badhaadhaan 7 kunneen Funcaa dhiyeessii fi dhimmoota diinagdeerratti kan mari’atan ta’uu eerameera.

Biyyoonni kunneen walga’icha cinaatti hoggantoota Dhaabbata Maallaqa Addunyaa fi Baankii Addunyaa waliin sagantaa marii waggaa kan qabaatan ta’uu eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.