Fana: At a Speed of Life!

Walga’ii Ministiroonni Dhimma Bishaanii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guyyaa har’aa gaggeessuuf turan, Sudaan sababa hin argamneef otuu hin gaggeeffamiin hafeera

Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) –Walga’ii Ministiroonni Dhimma Bishaanii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guyyaa har’aa gaggeessuuf turan, Sudaan sababa hin argamneef otuu hin gaggeeffamiin hafeera.
Walga’ii Ministiroonni Dhimma Bishaanii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guyyaa har’aa gaggeessuuf turan, Sudaan sababa hin argamneef otuu hin gaggeeffamiin hafuu Ministeerri Bishaanii, Jalliisii fi Inaarjii beeksiseera.
Bu’uuruma Ityoophiyaan waamicha taasifteen jilli Gibts akkasumaas ogeessoonni Gamtaa Afrikaa fi taajjabdoonni argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.