Fana: At a Speed of Life!

Walga’ii Idileen 28ffaa bara hojii 2ffaa bara Paarlaamaa 6ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Walga’ii Idileen 28ffaa bara hojii 2ffaa bara Paarlaamaa 6ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffamaa jira.

Miseensonni Mana Marichaa raawwii hojii bara baajataa xumuramee ilaalchisee Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif gaaffii fi yaada dhiyeessaa jiru.

Manni marichaa gabaasa wixinee labsii baajata bara 2016 koreen dhaabbii Pilaanii, Baajataa fi Faayinaasii dhiyeessu qorachuun ni raggaasisaan eegama.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.