Fana: At a Speed of Life!

Waldaan Misooma Oromiyaa Dameen Jibuutii Yaa’ii walii galaa gaggeesse

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Waldaan Misooma Oromiyaa Dameen Jibuutii Yaa’ii walii galaa galma Hawaasa Jibuutiitti gaggeesseera.

Yaa’icharratti Jibuutiitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Birhaanuu Tsaggaayee, Daareektarri Olaanaa Waldaa Misooma Oromiyaa Obbo Dajanee Itichaa, miseensoonnii fi deeggartoonni Waldichaa argamaniiru.

Saganticharratti Daayrektarri Olaanaan Waldaa Misooma Oromiyaa Obbo Dajanee Itichaan mana barumsaa Jibuutiitti ijaaramuuf maallaqa Jibuutii miiliyoona 4 gumaachuu ragaan Jibuutiitti Imbaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.