Fana: At a Speed of Life!

Waldaan hojii beeksisaa Ityoophiyaa hundeeffame

Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC)- Waldaan hojii beeksisaa Ityoophiyaa hundeeffameera.

Waldiichi hundeeffamasaan hojiiwwan gara fula duraatti hojjeeturratti har’a ibsa laateera.

Ibsichan waldichi dhaabbilee waldaa siiviiliitti galmaa’uun qamoolee mootummaa ilaallaaturra seeraa qabeessummaan akka laatameef ibsameera.

Ityoophiyaattii hojiin beeksisaa akka cimuu fi gara indaastiriitti akka guddatuuf xiyyeeffannoo akka hojjeetu ibsameera.

Preezdaantiin waldaa hojii beeksisaa Ityoophiyaa obbo Aallabbachaw Waadaay, waldichi rakkoowwan damee beeksisaa keessaa jiran qoratee adda baasun fala furmaata akka ka’uu kayyeeffateera jedhan.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.