Fana: At a Speed of Life!

Waldaan Aksiyoona Sabboonaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi ijaarsa Hidha Haaromsaatif deeggarsa laate

Finfinnee, Eebila 12, 2012 (FBC) – Waldaan Aksiyoona Sabboonaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi ijaarsa Hidha Haaromsaatif deeggarsa laate.
 
Waldichi magaalaa Jimmaa fi godina Jimmaatif meeshaalee qulqullinaaf oolan kan Birrii 50,000 fi Birrii 500,000, Oromiyaadhaf Birrii 500,000, federaalaf Birrii 500,000, miseensota sochii godhuun hojii raawwataniif Birrii 500,000 laatera.
 
Hidha Haaromsaatif ammoo deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasiseera.
 
Akka Waajjira Dhimmoota Koominikeeshinii Magaalaa Jimmaatti waldichi waliigalaan deeggarsa Birrii miiliyoona 12 laatera.
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
 
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.