Fana: At a Speed of Life!

Waldaan Aksiyoona Baaburaa Ityoo-Jibuutii yeroo jalqabaaf Kaappineeta baabburaa eebisiise

Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) –Waldaan Aksiyoona Baaburaa Ityoo-Jibuutii yeroo jalqabaaf Kaappineeta baabburaa eebisiise.

Waldaan Aksiyoona Baaburaa Ityoo-Jibuutii Baatii ja’an darbanitti Chaayinaatti leenjirra kan turan lammiilee Ityoophiyaa 34 kaappiteenoota baaburaa elektirikii Finfinnee-Jibuutii yeroo jalqabaaf eebbisiiseera.

Ministirri Geejjibaa aadde Daagimaawit Moges ergaa baga gammadanii dabarsaniin eebbiffamtoonni gara hojiitti wayita galan ummata isaanii amatummaan akka tajaajilan himuu raagaan wajjira ministeera geejjibaarra argame ni muldhisa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.