Fana: At a Speed of Life!

Waldaaleen siivikii filannoo nagaan akka xumuramuuf gahee mataa isaanii bahachuu akka qaban ibsame

Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Waldaaleen siivikii filannoo marsaa 6ffaa nagaan akka xumuramuuf gahee mataa isaanii bahachuu akka qaban ibsameera.
Abbaan Alangaa Waliigalaa Naannoo Sidaamaa Maatoo Maaruu fialnnichi nagaan akka xumuramuu waldaaleen siivikii gahee mataa isaanii bahachuu akka qaban ibsaniiru.
Jiijjiraamaa booda kanneen hojjetaman keessaa tokko gahee waldaalee siivikii olkaasuun hojiiwwan hedduun hojjetamuu kaasaniiru.
Ijaarsa demokiraasii fi biyyaaf gaheen waldaalee siivikii olaanaa tahuun, waqtii ammaa kana yeroo kamirra haalli gaariin jiraachuu ibsaniiru.
Dhaabbilee waldaalee siiviliif guyyaa har’aa naannoo Kibbaa fi Sidaamaatti mirga namoomaa fi filannoo irratti leenjii xiyyeeffate magaalaa Hawaasaatti kennamaa jira.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.