Waldaaleen garaagaaraa fi Diyaaspoorawwan bulchiinsa Godina Booranaa waliin tahuun horsiisee bultoota Godina Booranaa fi Gujiif deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC) – Diyaaspooraan dhalattoota Booranaa, Waldaan hayyoota Booranaa biyya Keeniyaa, akkasumas waldaan hayyoota Booranaa Ityoopiyaa, bulchiinsa Godina Booranaa waliin ta’uun horsiisee bultoota Godina Booranaa fi Gujiif deeggarsa Birrii miiliyoona 9 gumaachaniiru.
Midhaan nyaataa kuntaala 1670 fi Zayita nyaataa liitira 1680 deeggarsa taasiisuu OBN gabaaseera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.