Fana: At a Speed of Life!

Waldaa Misooma Oromiyaa damee Finfinnee cimsuudhaaf galiin Birrii miiliyoonni 82 walitti qabame

Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Waldaa Misooma Oromiyaa damee Finfinnee cimsuudhaaf galiin Birrii miiliyoonni 82 walitti qabameera.
Sagantaan galii walitti qabamaa ture har’a xumurama jedhameera.
Waldaa Misooma Oromiyaa Damee Finfinnee cimsuudhaaf kutaalee Magaaloota 11 irraa Birriin miiliyoonni 82 ol walitti qabameera.
Xumurrii sagantichaa Paarkii Tokkummaa keessaatti mata duree ‘tokkummaan misoomaaf’ jedhuun gaggeeffamaa kan jiru.
Xumura sagantaa kanaa Paarkii Tokkumaatti raawwaturratti angaa’oonni Motummaa Federaalaa fi Naannnoo ni argamu akka eegamuu OBNtu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.