Fana: At a Speed of Life!

Waldaa Aksiyoona Daldala GODUf guyyaa har’aa magaalaa Bulee Horaatti beekamtiin laatame

Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) – Waldaa Aksiyoona Daldala GODUf guyyaa har’aa magaalaa Bulee Horaatti beekamtiin laatameera.
Prezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa fi qondaaltonni mootummaa naannolee olaanoon sirnicha irratti argamaniiru.
Xiyeeffannaan guyyaa har’aa dhimma daldala abuudaati jedhameera.
Waldichi albuudota akka warqee ,doolmaayitii fi taantaaleemii irratti hojjechaa akka jiru OBN gabaasera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.