Fana: At a Speed of Life!

Waanjoo garbummaa irra deebiin hin fudhannuu-Mootummaa naannoo Sidaamaa

Finfinnee, Onkololeessa 23, 2014 (FBC)-‘Waanjoo garbummaa irra deebiin hin fudhannuu’ jechuun mootummaan naannoo Sidaamaa haala waqtaawaa biyyarratti ibsa laateera.

Ummattoonni Ityoophiyaa kamirrayyuu caalaa walabummaaf dursaa laatuu garee shororkeessa ABUT meeshaa kamiinuuyyu fayyadamuun  qolachuu qabu jedhameera.

Ityoophiyaanoonni martii irree tokkoon ka’aanii duulaan dinichaa qolachuu qabu jedhameera.

ABUT lammiilee Ityoophiyaa hundaaf diinaa ta’uu ibsuun, tokkummaan humna biyyatti diiguuf muratee ka’ee kana kaayyoosaa fashaleessuu qabu jedhameera.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa

argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii

https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.