Fana: At a Speed of Life!

Waancaa Awurooppaan har’a taphni Neezarlaandi Faransaay waliin taasiftu ni eegama

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Taphoota Waancaa Awurooppaan har’a taphni Neezarlaandi Faransaay waliin taasiftu hawwiin eegama.
Taphoota waancaa Awurooppaa 17ffaan har’a taphoonni 3 kan taphataman yoo ta’u, taphni biyyoota waancaaf tilmaamaman Neezarlaandii fi Faransaay gidduutti halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee taphatamu xiyyeeffannoo argateera.
Taphoota biroon har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irraa eegalee Isloovaakiyaan Yuukreen waliin yoo taphattu, galgala sa’aatii 1:00 irraa jalqabee Poolaandii fi Ostiriyaan falmiin taasisan ni eegama.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.