Waancaa Afrikaan taphoonni moo’atanii darbuu har’aa eegalee ni taphamu
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaa Iyivoorii Koostiitti gaggeeffamaa jiruun taphoonni moo’atanii darbuu har’aa eegalee ni taphamu.
Har’a galgala sa’aatii 2:00 eegalee Angoolaan Naamiibiyaa waliin, sa’aatii 5:00 irraa jalqabee Naayijeeriyaan Kaameeruun waliin taphni taasiisan ni eegama.
Boru galgala sa’aatii 2:00 irraa eegalee Ikkuwaatooriyaal Giiniin Giinii Waliin, sa’aatii 5:00 irraa jaqlaqabee Ijiipti DR Koongoo waliin ni taphatu.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.