Fana: At a Speed of Life!

Waancaa Addunyaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu

Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Waancaa Addunyaan har’a Ingilaandi Iraan waliin, Seeneegaal Neezarlaand waliin, Ameerikaan Weelsi waliin ni taphatu.

Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun har’a taphoonni 3 kan gaggeeffaman yoo ta’uu, waaree booda sa’aatii 10:00 irraa eegalee Ingilaandi Iraan waliin Istaadiyeemii Idil addunyaa Kaliifaatti ni taphatu.

Galgala sa’aatii 1:00 irraa eegalee Shaampiyoonaan Afrikaa Seeneegaal Neezarlaandi waliin Istaadiyeemii Al Tumaamaatti taphni taasiiftu xiyyeeffannoo argateera.

Akkasumas galgala sa’aatii 4:00 irraa eegalee Ameerikaan Weelsi waliin Istaadiyeemii Ahimaad Biin Aliitti waliin falmatu.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.