Fana: At a Speed of Life!

Waancaa Addunyaan har’a Kirooshiyaa fi Moorokoon sadarkaaf ni taphatu

Finfinnee, Mudde 8, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan har’a Kirooshiyaa fi Moorokoon sadarkaaf ni taphatu.

Galgala sa’aatii 12:00 irraa eegalee taphni biyyoonni lamaan sadarkaa 3ffaan xumuruuf taasiisan ni eegama.

Kirooshiniin yeroo 5niif Waancaa Addunyaa irratti hirmaachuun Waancaa Addunyaa 21ffaa Raashiyaatti gaggeeffameerat xumuraaf ga’uun Faransaayiin injifatamuun ishee kan yaadatamuudha.

Moorokoon ammoo seenee keessatti yeroo jalqabaaf sadarkaa 3ffaan xumuruuf falmatti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.