Fana: At a Speed of Life!

‘Waamicha gara biyyaa Iid hanga Iid’ jedhuun hojiiwwan adda addaa hojjetamaa jiru

Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) –Ergaa mata duree ‘Waamicha gara biyyaa Iid hanga Iid’ jedhuun Ityoophiyaanoonnii fi michoonni Ityoophiyaa gara biyya akka galaniif waamichi dhiyaachuu hordofee koree biyyoolessaa hundaa’een hojiiwwan adda addaa hojjetamuu ibsameera.

Waamicha guddichaa gara biyyaa marsaa jalqaba qaama kan ta’ee fi Muummeen Ministira Abiy Ahimad ‘Waamicha gara biyyaa Iid hanga Iid’ jedhuun dabarsaan hordofee ayyaana tsooma ramadaanaatii, Iidaal Faxiir hagna Iidaal Arafaatti sagantaa turu qophaa’eera.

Miniyiichiil Azaazuutu gabaase.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.