Waajjirri Ministira Muummee Waltajjii “Qinyit” jedhamu gaggeessuu jalqabe
Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Waajjirri Ministira Muummee Waltajjii “Qinyit” jedhamu har’a eegalchiiseera.
Waltajjichi ibsi barnootaa kennuurratti kan xiyyeeffate ta’uunis eerameera.
Waltajjicharrattis Hayyuun Misooma Diinagdee sadarkaa Idil Addunyaa Pirofeesar Jeefarii Saaksii hirmaataniiru.
Isaanis misooma waaraa addunyaa maallaqaan deeggaruurratti gufuulee jiranii fi carraalee egeree irratti ibsa kennuu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.