Fana: At a Speed of Life!

Waajjiirri Giiftii Duree qaro dhabeeyyii 150’f meeshaalee ammayya’oo taasise

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC)-Waajjirri Giiftii Duree qaroo dhabeeyyii 150’f meeshaalee tumsaa ammayya’oo taasiseera.

Meeshaaleen kunneen ogeeyyii fayyaa Israa’eelii gara biyyaa dhufaan waliin tumsaa Waajjira Giiftii Dureetin qaro dhabeeyyii 150’f leenjii waliin laatamuu ibsameera.

Meeshaan Orkaam Miyyayya jedhamu kitaabootaa fi ergaalee bilbilaan barreeffamaan dubbisuuf akkasumas gabaa seenuun bittaa akka raawwataan ni deeggara jedhameera.

Fayita Abdaallatu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.