Ummata dhaggeeffachuun ummataarra galtee argachuun bu’aa qabeessummaa hojiif murteessadha- Aadde Adaanech
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Ummata dhaggeeffachuun ummataarra galtee argachuun bu’aa qabeessummaa hojiif murteessaa ta’uu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.
Haala ummata waliin walitti dhiyeenyaan hojjechuun danda’amurratti jiraattoota kutaalee magaalaa 11 waliin marii taasiisuu Aadde Adaanach himaniiru.
Hojiilee fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf hojjetamaa jiranirratti xiyyeeffachuun mari’achuu isaanii fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.