Fana: At a Speed of Life!

Turki waliigaltee mootummaa Ityoophiyaafi ABUT gidduutti taasifame dinqisiifatte

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Turki waliigaltee nageenyaa mootummaa Ityoophiyaafi ABUT gidduutti taasifametti gammaduu ibiste.

Ministeerri Dhimma Alaa Turki ibsa baaseen, waliigalteen nageenyaa mootummaa federaalaafi ABUT gidduutti taasifametti gammaduu ibseera.

Waliigaltichi waaraa akka ta’u abdii qabu ibseera.

Qaamolee marichi akka gaggeeffamu taasisaniifi qindeessan galateeffateera.

Adeemsa ijaarsa nageenyaa Ityoophiyaatti taasifamuuf mootummaan Turki deeggarsa taasisuuf qophii ta’uu beeksiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.