Fana: At a Speed of Life!

Traakteroonni mootummaa naannoo Somaaleen bitaman 100 magaalaa Jigjigaa ga’an

Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Traakteroonni mootummaa naannoo Somaaleen bitaman 100 magaalaa Jigjigaa ga’uu ibsame.

Tiraakteroonni kunneen kanaan dura tiraakteroota 162 akka bitamaniif mootummaa naannichaan ajajamanii turan keessaa ta’uu eerameera.

Tiraakteroonni kunneen oomishaa fi oomishtummaa qonnaa naannichaa guddisuurratti ga’ee olaanaa kan qaban ta’uu ibsameera.

Maashinoonni kunneen wayita naannicha ga’an preezdaantiin naannichaa obbo Muusxafee Mahaammadii fi hogganaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Dooktar Abdiqaadir Imaan wal harkaa fuudhiinsa taasisaniiru.

Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.