Fana: At a Speed of Life!

Torbee tokko keessatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 75 fi kuma 200 fi kuma75tti tilmaamamu too’atame

Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Torbee tokko keessatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 75 fi kuma 200 fi kuma75tti tilmaamamu too’atame.
Torbee tokko keessatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 75 fi kuma 200 fi kuma75tti tilmaamamu too’atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Meeshaaleen kontiroobaandii biyyarraa bahuuf turan buna kuntaala 312, maallaqa biyyoota garagaraa, baala sammuu namaa hadoochu, qorichoota, meeshaalee waraanaa, elektirooniksii, meeshaalee jijjiirraa, uffata garagaraa fi loon gaanfaa keessatti ni argamu.
Meeshaalee kunneen daddabarsaa kan turan namoonni 19 too’atamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.