Fana: At a Speed of Life!

Torbe lama keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii tilmaama Birrii miiliyoona 25 ol qaban to’anna jala oolan

Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC)- Torbee lama keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii alaa fi keessaa tilmaama Birrii miiliyoona 25 fi kumni dhibbi 8 fi kumni 70 qaban to’anna jala ooluu Biiroon Ministeera Galiiwwanii beeksise.
meeshaaleen kunneen baatii Sadaasa 25 hanga Muddee 8, 2013 to’atamu ministerichi ibseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa. Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa. Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa. Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.