Torban tokko keessatti deeggarsi Doolaarri kuma 800 ol walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Torban tokko keessatti deeggarsi Doolaara kuma dhibba 8 ol walitti qabamuu qindeessaan deeggarsaa diiyaaspooraa ‘Ayzoon Ityoophiyaa’ jedhamu beeksise.
‘Ayzoon Ityoophiyaan’ deeggarsa kutaalee bulchiinsota Ameerikaa garaagaraarraa walitti qabaman ifoomseera.
Chiikaagoo fi Daalaasirraa deeggarsi Doolaarri kuma dhibba 4 ol walitti qabamuu fi sa’aatii 48 darabanitti bulchiinsota biroo keessatti deeggarsi Doolaara kuma dhibba 5 ol walitti qabamuu ibsameera.
Deeggarsa taasifamu cimsanii itti fufuun yeroo dhiyootti Doolaara miiliyoona 1 ol walitti qabuuf karoorfamuu ibsameera.
Maddi:- TOI
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa
argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com
/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna