Fana: At a Speed of Life!

Tootenhaam 0 – 1 Arsenaal

Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) –Taphni Darbii Kaaba Landan olaantummaa Arsenaaliin xumurameera.

Galchii Gabriel Magalhães daqiiqaa 64′ irratti galcheen Arsenaal Tootenhaam injifateera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.