Fana: At a Speed of Life!

Tola ooltummaa Ganna kanaatin Oromiyaatti dargaggoota miiliyoona 7tu hirmaachifama

Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Biiroon Dhimma Dubartoota, Daa’immanii fi Dargaggootaa Oromiyaa hojii tola ooltummaa dargaggoota miiliyoona 7 hirmaachisu jalqabsiise.
 
Hojii tola ooltumaa Gannaa kana itti aanaan hogganaa biirichaa obbo Huseen Zinaab magaalaa Galaanitti jalqabsiisaniiru.
 
Sagantaa kanaanis magaalaa Galaanitti biqiltuun dhaabameera.
 
Gama biraatin Ganna kana magaalaan Galaan biqiltuu miiliyoona 2 dhaabuuf hojjechaa jiraachuu itti aantuun kantiibaa magaalichaa aadde Waynisheet Gizaaw ibsaniiru.
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.