Fana: At a Speed of Life!

Tokkummaa sabdaneessaa keenya cimsuun qormaatilee nu mudatan ni ceena- Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa

Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Tokkummaa sabdaneessaa keenya cimsuun qormaatilee nu mudatan ni ceena jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.

Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Ityoophiyaanota hundaaf erga baga geessanii guyyaa Ayyaana Saboota, Sablammootaa fi uummattootaa dabarseera.

Guyyichi guyyaa yaadannoorra darbee guyyaa mirgi heera mootummaa saboota, sablammootaa fi Uuummattootaaf kennaman  itti mirkanaa’anii fi duudhaaleen tokkummaa sabdaneessummaa haala cimuu danda’aniin kabajamuu isaa ibseera.

Tokkummaa sabdaneessa keenya cimsuun qormaatilee nu mudatan ni ceena jedheera ibsa kabaja ayyaanicha ilaalchisee baaseen.

Naannoo Keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.