Tokkoon tokkoon maatii wabii nyaataa biyyaalessaa fooyyessuuf oomisha boroon ga’ee isaa ba’achuu danda’a-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2014 (FBC) – Tokkoon tokkoon maatii wabii nyaataa biyyaalessaa fi sirna soorata madaalawaa fooyyessuuf oomisha boroon ga’ee isaa ba’achuu danda’a jedhan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad.
Ga’umsi kuduraalee fi muduraalee man-duuba/boroon yeroo yeroon karaa waaraa ta’een walitti qabachuu harka keenya jira jedhan ergaa gama miidiyaa hawaasummaasaaniin dabarsaniin.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.