Fana: At a Speed of Life!

Tiyaatirri “Ilmoo Waaqaa” eebbifame

Finfinnee, Mudde 4, 2015 (FBC)- Tiyaatirri mata duree “Ilmoo Waaqaa” jedhuun qophaa’e Finfinnee Galma Tiyaatira Biyyaalessaatti har’a eebbifameera.

Tiyaatirichi Sirna Gadaa Oromoo keessatti aadaa, duudhaa fi falaasama waldhabdeen ittiin hiikamu irratti xiyyeeffachuun Yuunivarsiitii Ambootti Giddugala Qo’annoo fi Qorannoo Aadaa Looreet Tsaggaayee Gabramadiniin hojjatame kan dhiyaate ta’uun eerameera.

Tiyaatiricha, Yunivarsiitii Ambootti Gargaaraa Piroofeesaraa Saamu’eel Leeykuniin kan barreeffamee fi Tafarraa Itichaa fi Alamaayyoo Tasfayeen qopheessan ta’iin ibsameera.

Jaalallii Haayiluutu gabaase

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.