Fana: At a Speed of Life!

Tiyaatirri “Ekeraa” eebbifame

Finfinnee, Adoolessa 3, 2014 (FBC) – Tiyaatirri mata duree “Ekeraa” jedhuun hojjetame, Finfinnee, galma Giddugala Aadaa Oromootti har’a eebbifameera.

Tiyaatiricharratti taatonni 50 kan hirmaatan yoo ta’u, leenji fi qophii baatii lamaa ol fudhateen booda bakka daawwattoonni argamanitti eebbifameera.

Tiyaatirri kun aartii Oromoo dagaagsu fi dhaloota barsiisuuf ga’ee olaanaa qaba jedhamera.

Dabalataan, aartii Oromoo dagaagsuu dhaloonni caalaatti hojjechuu akka qabu eerameera.

Mulugeetaa Girmaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.