Fana: At a Speed of Life!

Tigraayitti guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 3 dhabuuf qophiin taasifamuu ibsame

Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)-Naannoo Tigraayitti guyyaa borii biqiltuu miiliyoona 3 dhaabuuf qophiin taasifamuu Hoggaanaan Biiroo Qonnaa fi Qabeenyaa Umammaa Bulchiinsa yeroo naannichaa beeksise.

Biirichatti Daayrektarri Misooma, Eegumsaa fi Fayyadama Bosonaa Obbo Tasfaay Takilahaayimaanot, guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 3 lafa hektaara kuma 1 irra akka dhaabamuu ibsaniiru.

Sagantichaanis kutaaleen hawaasaa miiliyoona 1.5 akka hirmaatan ibsameera.

Naannichatti biqiltuuwwan faayidaa hawaas-diinagdee garaagaraa qaban miiliyoona 10 akka dhaabaman eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.