Fana: At a Speed of Life!

Tigiraay, godinaalee garaagaraatti bu’uuraaleen misoomaa bishaanii suphamuun tajaajila kennuu eegalan

Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Naannoo Tigiraay, godinaalee garaagaraatti sababa walitti bu’iinsaan bu’uuraaleen misoomaa bishaanii manca’an suphamuun tajaajila kennuu eegaluu Koreen Qaxxaamuraa Diimaa Idil Addunyaa beeksise.

Bu’uuraalee misoomaa kanneen bakka duraatti deebisuuf, paampiiwwan bishaanii, jenereetarootaa fi keemikaalota bishaan qulqulleessan gumaachuun tajaajila kennuu akka eegalan taasisuu ragaan korecharraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.