Terminaalli fi Buufanni Maqalee tajaajila eegale
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC)- Buufannii fi Terminaalli Maqalee gara tajaajilaatti deebi’uu Dhaabbanni Tajaajila Loojistiksii fi Geejjibaa Galaanaa Ityoophiyaa beeksise.
Sababa rakkoo nageenyaa tureen addaan cite kan ture Terminallii Fi Buufanni Maqalee tajaajila kennuu eegaluu ragaan dhaabbaticharraa argame ni mul’isa.
Meeshaalee galii terminaalicha buufaman har’a irraa eegalee buufata galaanaa ka’umsaarraa Oppireeshinii Maqaleef banamuu dhaabbatichi ibseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.