Fana: At a Speed of Life!

Tarminaalli Awutoobisii ammayyaa Markaattoo har’a ni eebbifama

Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC) – Birrii miiliyoona dhibba 2n kan ijaarrame Tarminaalli Awutoobisii ammayyaa Markaattoo har’a ni eebbifama jedhameera.

Tarminaalichi yeroo tokkotti Awutoobisoota 20f tajaajila laachuu danda’a.

Sararoota dhaabbilee Awutoobisii Anbassaa 35 fi Baasoota Shaggar 17 waliigala sararoota 52n tajaajila laata jedhameeran.

Sa’aa tokkotti fayyadamtoota kuma 6, guyyaatti fayyadamtoota kuma 80 oliif tajaajila kan laatu ta’uu ragaan Waajjira Seekreetariyaatii Preesii magaalaa Finfinneerraa argame ni agarsiisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.