Fana: At a Speed of Life!

Tarkaanfin sirreeffama dhaabbanni abba gaari ummataa dhiyaasu hojiirra oola hin jiru jedhame

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) – Dhaabbanni abba gaari ummataa Tarkaanfin sirreeffama si’a dhiyeessu bulchiinsa mootummaa gidduugalaa fi naannoo gadiitti argamaniin deebii ga’aa argachaa akka hin jirre beeksise.

Dhaabbatichi gabaasa raawwi karoora baatii ja’aa magaalaa Adaamatti gaggeessa jira.

Dhaabbata abba gaari ummataatti abba gaari olaanaan Dooktar Indaalee Haylee sadarkaa bulchiinsa mootummaa giddugaleessaa fi naannoo gadiitti kan argamaan yaada furmaata dhaabbatichi dhiyeessuf deebii ga’aa hin laatan jedhaniiru.

Yaadoota furmaata dhaabbatichan laatamu qaamni hojii raawwachiisa mootummaa hojiirra hin oolchu yoo ta’e akka itti gaafatamuuf hojjetama jiraachu kaasaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.