Taphoota Waancaa Awurooppaan Xaaliyaaniin Weelsi, Siwiizaarlaand Tuurkii injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) – Taphni Waancaa Awurooppaa Xaaliyaaniin fi Weelsi gidduutti gaggeeffame olaantummaa Xaaliyaaniin xumurameera.
Xaaliyaaniin goolii 1 fi 0n Weelsi injifatteerti.
Taphoota biyyoota ramaddii ‘A’ jalatti ramadaman gidduutti har’a galgala kana 1:00 irraa eegalee gaggeeffameen biroon Siwiizaarlaand goolii 3 fi 1n Tuurkii injifatteerti.
Xaaliyaanii fi Weelsi taphoota gatanii darbuutti makamuu mirkaneeffataniiru.
Tuurki taphoota hanga ammaatti gaggeessiteeen qabxii tokkooyyuu hin arganne.
Ramaddichaarrahis biyya jalqabaa gaggeeffamte taateerti.
Maddi:-BBC Sport
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.