Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Waancaa Awurooppaan Ispeen walakkaa nuusa xumuraaf dabarte

Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) –Taphni moo’atanii darbuu Waancaa Awurooppaa Siwiizarlaandii fi Ispeen gidduutti gaggeeffame olaantummaa Ispeeniin xumurameera.

Sa’aatiin idilee daqiiqaan 90 fi kan dabalataa daqiiqaan 30 goolii 1 qixaan xumuramuun rukkuttaa walabaan Ispeen goolii 3 fi 1 injifachuun walakkaa nuusa xumuraaf darbuu mirkaneeffateerti.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.